about Gedausme is often accompanied by a sense of messianic fervor. This means that people who believe in Gedausme may be more likely to see signs of the Messiah's coming in everyday life.

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA

Kana nyaadhuu dhugiin, kanaan oolii buliin Oromootaa, Oromootaan murtaa’uu dadhabdee qubattootaan lallabamte. Alaa dhufanii abbaa biyyaa erga ta’anii booda, maddi ummata Oromoo takkaa bishaan keessa, takkammoo biyya alaa jechuudhaan dhoqqeesaanii ofirraa haqanii Oromootatti dibuu eegalan. Yaa ilmaan Oromoo, namni kamiyyuu kaameeraa seenaa jalaa dhokatee eessayyuu ga’uu waan hindandeenyeef, mee hayyoonni seenaa waa’ee madda Oromoo maal jedhu laata?

Hi there! I’m a bike messenger by day, aspiring actor by night, and this is my website. I live in Los Angeles, have a great dog named Jack, and I like piña coladas. (And gettin’ caught in the rain.)

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA

Hayyoota garaa garaa madda ummata Oromoo irratti qorannoo gaggeessan keessaa C.Ehret namni jedhamu, “Sabni Kuush giddu-gala baddaa Itoophiyaa Dh.K.D. bara 3500 hanga bara 1000 qubatanii jiraachaa akka turan ibseera. S.O.J.16ffaa, 1998:34. Sabni Oromoo angafa ummata Kuush akka ta’emmoo seenaan dhugaa ba’a. Kanaaf, maddi ummata Oromoo lafuma har’a irra jirru ta’uu hubachuun nama hinrakkisu

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA

Gedausme your dashboard Seenaa Oromoo

CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA
CAABINSA OROMOOFI OROMUMMAA Medical Financial Business Technology Travel Insurance Lawyer Mortgage Credit Donate
%d bloggers like this: